waa’ee keenyaa

Piroojektiin TOMORROWS TREE waggaa kudhaniif(10) karoorfame meeshaa teknoloojii dijitaalaatti fayyadamuun namni kamiyyuu bakka jiru taa’ee qaaman otoo hin argamin akkasumas yeroo fi fageenyaan osoo hin daangeffamin pirojektii biqiltuu dhaabuu nama dandeessisuudha. Wixineen yaada piroojektii kanaa qorannoo dameen dhaabbata keenya ‘’Consolidated Engineering Service and RESEARCH (CSER) PLC gaggeesseen bara 2019 A.L.A kan argamedha

Ergama

Carraa Hojii uumuuf, madaallii haala qillaansa naannoo eeguun omishaafi omishtummaa guddisuuf,Qorannoo fi teknooloojii babal’isuu, Tuurizimii fi Industirii hawwaataa uumuu ,Biyyaa keenya biyya magariisaan haguugamte gochuu fi misooma sulula laga Abbaayyaa/mormor misoomsuu.

Mul’ata

Bosona manca’e Deebisanii misoomsuu, akkasumas piroojektiin keenya karoora mootummaan Ashaara Magaariisa kaa’uuf baasee hojiirra jiru dhibbeentaa kudha shan (15%) kan hagugu hanga bara 2020 A.L.I hojjechuun galmaan ga’uun waggoota kurnan(10) dhufutti dhaabbata teknoolojiin badhaadhe, yaada piroojektii ta’an gurguddoo kan burqisisuu fi walitti hidhamiinsa gabaa waq-tawaa qabu hundeessun biyyoota Afrikaa hundatti babal’isuudha.

Kaayyoo

Teeknooloojii dijitaala fayyaadamuun walitti fufinsaan biqiltuu dhaabuun kununsanii misoomsuudha. Dargaggoota hojii dhabdootaaf naannoo isaaniitti lafa duwwaa misoomsuun hojjetanii galii mataa isaanii uumuun carraa hojii mijeessuun biyya gargaaru, akkasumas uummata biyya kessaa fi biyya alaa jiraatan iddoo jiran ta’aanii dinagdee fi guddina biyyaaf akka gumaachan gochuu

Amma dhaabi

Biqiltuu dhaabuun ashaaraakee magariisaa kaa’I; koottu nu waliin dhaabuun guddinaa fi misooma biqiltuu dhaabdee meeshaa dijitaalaa si harka jiruun hordofi.

Biqiltuu dhaabi

Sadarkaa

Sadarka bara 2010 irra ture.

Kan dhaabame 100%
Kan guddate 62.6%
Kan bakka buufame 38.4%
Kan goge 38.4%

Haqa jiru

Lakkoofsa waa’ee keenya agarsisan

7993

Kan dhaabame

5009

Kan guddate

1496

Kan goge

1496

Kan bakka buufame

200

Hirmaattota

159

maamiltoota

Iddoo dhaabbii biqiltuuf qophaa’e

  • Hunda
  • Finfinnee
  • Caancoo
  • Warab

Finfinnee (Bulbulaa)

Ejensii Diyasporaa waliin

Bahardaar (Lalibalaa Maryam)

Easy Ethiopia waliin

Finfinnee (Bulbulaa)

Ejensii Diyasporaa waliin

Caancoo (Goru)

Korporeeshini Inshuraansii Itiyoophiyaa Waliin

Bahardaar (Lalibalaa Maryam)

Easy Ethiopia waliin

Finfinnee (Bulbulaa)

Ejensii Diyasporaa waliin

Caancoo (Goru)

Korporeeshini Inshuraansii Itiyoophiyaa Waliin

Caancoo (Goru)

Korporeeshini Inshuraansii Itiyoophiyaa Waliin

Bahardaar (Lalibalaa Maryam)

Easy Ethiopia waliina

  • Hunda
  • Diaspora Agency
  • Tele

Legedadi Berek site 2

Ejensii Diyasporaa waliin

Legedadi Berek site 2

Ejensii Diyasporaa waliin

Legedadi Berek site 2

Ejensii Diyasporaa waliin

Legedadi Berek site 2

Ejensii Diyasporaa waliin

Legedadi Berek site 2

Ejensii Diyasporaa waliin

Legedadi Berek site 2

Ejensii Diyasporaa waliin

kan nu waliin hojjatan

Ragaawwan

YENEGEW ZAF 2014 EXECUTIVE TEAM

Eshetu Kasa

Managing Director

Tigist Ibrahim

Head of IT and Marketing

Anduamlak Temesgen

Softwarea developer & CTO

Fasil Beshiwork

Website,Graphics and GIS DESIGNER

YENEGEW ZAF 2013 EXECUTIVE TEAM

Eshetu Kasa

Managing Director

Hiwot Teshome

Engineering and planting Coordinator

Anduamlak Temesgen

Softwarea developer & CTO

Tigist Ibrahim

Head of IT and Marketing

CONTACT US

Gaffii,yaada fi dhamsa yoo qabaattan nu qunnamaa!

Teessoo

Boolee Mikaa’el, Finfinnee, Itiyoophiyaa

Lakk.Bilbilaa

+251973411111